CLOSED
Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Komiishinii Tuurizimii Oromiyaa Meeshaalee Diroonii, Kaameraa fi akseeseroota isaa Dhaabbata dhiyeessuu danda'an caal-baasii Ifaan dorgomsiisee bituu barbaada.
KT
komiishinii Tuurizimii Oromiyaa
Government Organization
Location
Oromia
Category
IT & Software
Reference Number
CHR-001254
Tender Type
Open
Description
Beeksiisa Calbaasii Ifaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Komiishinii Tuurizimii Oromiyaa Meeshaalee Diroonii, Kaameraa fi akseeseroota isaa Dhaabbata dhiyeessuu danda'an caal-baasii Ifaan dorgomsiisee bituu barbaada. Haaluma kanaan dhaabbileen ulaagaalee armaan gadiitti tarreeffaman guuttan akka dorgomtan isin affeera. Ulaagawwan Dorgommii: 1. Eeyyama daldalaa kan haaromfateefi gibira mootummaa kaffaluu isaa raagaa guutuu (tax clearance) dhiyeeffachuu kan danda'u; 2. VAT galmaa'aa kan ta'eefi ragaa kan dhiyeessuu danda'au; 3. Ragaa Eenyummeessaa Kaffalaa Gibiraa (TIN) dhiyeessuu kan danda'u; 4. Dorgomtootnitarreeffamadhiyeessitootaa (list of Suppliers) keessatti aragamuu qabu, ragaas dhiyeeffachuu qaba. 5. Dorgomtootni sanada caal-baasii Oriijinaalaa fi jalteenyaa(Koppii) isaa adda baasuun poostaa lamaan saamsuun chaappaan kan mirkanaa'e dhiyessuu kan danda'u 6. Dorgomtootni caal-baasichaa gatii dorgommii hanga dhiyeessan irraa kabachiisa caal-baasii %1 baankiin kan mirkanaa'e (CPO) qabsiisuu kan danda'u 7. Mo'ataan waliigaltee caal-baasichaa mallatteesse yeroo keessatti dhiyeessee kan danda'u ta'uu qaba. 8. Dorgomtoonni caal-baasichaa guyyaa beeksisi kun gaazexaa Kallachaa Oromiyaa irratti bahe irraa kaasee, guyyoota hojii 15(kudha shan) sa'aatii hojii Mootummaatti, sanbata duraa dabalatee sa'aatii 2:30 hanga sa'a 11:30tti Waajjira Komiishinicha Finfinnee Naannoo Boolee Alam Siniimaa Gamoc Noah Real state darbii 7ffaa irratti kan argamu kutaa Faayinaansii irraa ibsaa fi tarreeffama caal-baasii kanaaf qophaa'e Sanada caal-baasiif qar. 300 (dhibba sadii) kan hin deebine baankii Siinqii lakk. Herreega Baankii 1047921671211, Tourism Commission jedhu irratti galii gochuun bitachuun gatii tokkoo guutanii saanduqa caal-baasichaaf qophaa'etti galii gochuun ni danda'ama. 9. Caal-baasichi caal-baasiin cufamee guyyaa itti aanutti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu'ootni isaanii argamanitti waaree dura sa'atii 4:00tti galma waajjira Komiishinchaatti kan banamu ta'a. Hubachiisa Dorg
Source
Source Link Available for Members
Sign up free to access the original tender posting and full details
Important Dates
Published
August 5, 2026
Closing Date
March 15, 2026
Closed 180 days ago
Contact Information
Organization
████████████████
Phone
+251 ██ ███ ████
████@████.gov.et
Login to view
Similar Tenders
Ethio telecom invites eligible bidders for the procurement of rental vehicles for the Central North Region (Debre Berhan) and its working boundaries under RFQ No. 4287190.
Ethio Telecom
Closes in 16 days
View Details
Plan International Ethiopia, Amhara PA is seeking competent and reliable suppliers for a Long Term Agreement to provide two buses (44 seats and above) including fuel costs.
Plan International Ethiopia, Amhara Program Area
Closes in 5 days
View Details
MOENCO is inviting sealed bids for the supply and delivery of IT equipment.
MOENCO
Closes in 9 days
View Details